Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naannoo Gaambellaa, Godina Anyuwaak Aanaa Abooboo Keessatti Namoonni Afur Hidhattootaan Ajjeesaman


Naannoo Gaambellaa, Godina Anyuwaak Aanaa Abooboo Keessatti Namoonni Afur Hidhattootaan Ajjeesaman
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:03 0:00

Naannoo Gaambellaa, Godina Anyuwaak Aanaa Abooboo Keessatti Namoonni Afur Hidhattootaan Ajjeesaman

Naannoo Gaambellaa, Godina Anyuwaak Aanaa Abooboo bakka “Mandar Asraa Sabbaat/17” jedhamee waamamutti Sanabata darbe namootni afur hidhattootaan ajjeesaman jechuun maatiin miidhamtootaa fi kanneen naannawa sana jiraatan Sagalee Ameerikaatti himanii jiru. Jiraattotni naannawa haleellaan kun itti raawwatamee, gochaan sun kan eenyummaarratti fuuleffate jedhu. Itti gaafatamaan Waajjira Komunikeeshinii Naannoo Gaambellaa Ujuluu Giiloo gama isaaniin namootni Afur ajjeesamuu isaanii ibsuun gochichi garuu kan eenyummaarratti xiyyeeffate miti jechuun haalan.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG