Dameen hojii qonnaa Afrikaa kibbaa waliigalteen daldalaa Yunaayitid Isteetisii fi biyyoota Afrikaa gidduu kan AGOA jedhamee beekamu akka haaromsamuu qabu gaafataa jiru. Gabaasinii Viikii Staarkiin qophaa’e dhiheessina.
Dameen Hojii Qonnaa Afrikaa Kibbaa Waliigalteen Daldalaa Yunaayitid Istetis Waliin Jiru, Kan AGOA Jedhamu Akka Dafee Haaressamu Gaafate
- VOA
Forum