Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naannoo Amhaaraa Godina Waaghimraatti Sababaa Godinsaan Horiin Kuma Hedduun Dhumuu, Aangawaan Godinichaa Dubbatan


Naannoo Amhaaraa Godina Waaghimraa
Naannoo Amhaaraa Godina Waaghimraa

Naannoo Amhaaraa Godina Waaghimraatti goginsa mudatee jiru hordofee horiin Kuma Kudanii ol du’uu Godinichatti waajjirri soda balaa fi wabii nayaataa beeksiise. Itti gaafataman Waajirichaa Obbo Mihirat Melaakuu Sgalee Ameerikaatti akka himanitti Ji’a darbe keessatti qofa Horiin manaa Kuma Ja’aa ol akka du’anii fi kunis gargaarsi midhaan nyaataa gara kanatti ergamaa jiru nyaata horii kan hin dabalanne ta’uu isaatiinis jedhan. Dhaabileen gargaarsaa kan mootummaas ta’e mit- mootummaa garaarsa funanuurratti yoo hin xiyyeeffanne amma gara fuula duraatti horiin baay’een du’aatiif akka saaxilamuu malanii fi buqqatiin namootaalee dhufuu mala jedhaniiru itti dabaluun obbo Mihirat.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG