Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gaazzexeessota Bakkawwan Addunyaa Kanarraa Bala’amoo Tahanitti Bobba’aniif Leeji Qophaa’inaa Kennuun Barbaachisaa Tahuun Himame

Gaazzexeessota Bakkawwan Addunyaa Kanarraa Bala’amoo Tahanitti Bobba’aniif Leeji Qophaa’inaa Kennuun Barbaachisaa Tahuun Himame
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:24 0:00

Gaazzexeessota Bakkawwan Addunyaa Kanarraa Bala’amoo Tahanitti Bobba’aniif Leeji Qophaa’inaa Kennuun Barbaachisaa Tahuun Himame

Waraanni Yukireen, Gaazaa fi bakkawwan nageenyaa bala’amoo tahan biroo, kanneen addunyaa kana irraa waraansi keessatti geggeessamaa jiran keessatti gaazixeessonni, dhaabbileen kan mootummaa hin ta’in, ogeeyyiin eegumsa fayyaa achitti bobba’an dursanii qophaa’uun barbaachisaa akka tahe tu himame. Dhaabbatni “Global Journalist Security” jedhamu dhimma kana irratti hojjeta jedha gabaasaan Filipp Aleksiyees.

Forum

XS
SM
MD
LG