Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bakka Dhalata Iyyesuus, Beeteliheemitti Barana Feestivaalonni Kirismaasii Yokaan Ayyaana Dhalata Kiristoos Akka Haqaman Taasisame

Bakka Dhalata Iyyesuus, Beeteliheemitti Barana Feestivaalonni Kirismaasii Yokaan Ayyaana Dhalata Kiristoos Akka Haqaman Taasisame
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:38 0:00

Bakka Dhalata Iyyesuus, Beeteliheemitti Barana Feestivaalonni Kirismaasii Yokaan Ayyaana Dhalata Kiristoos Akka Haqaman Taasisame

Ayyaanni Kiriismasii ykn guyyaa dhaloota Kiristoos kanaan dura Beeteeliheemitti yeroo kabajamu Ayyaanicha dursa ta’e guyyaa Ayyaanichaa haala ho’aa fi qophii guddaatu geggeessama. Bara kana garuu sabaabaa wal waraansa Hamaasii fi Israa’eeliin kan ka’e falastiinoonni Westibaank Festivaaloonni hundi akka haqaman taasisaaniiru. Gabaasa Liindaa Giraadistiyeen Beetelihiyeemirraa Sagalee Ameerikaaf ergite qabna.

Forum

XS
SM
MD
LG