Xurree ittiin seenan

Breaking News

Baqattoonni Eertraa Itiyoophiyaa Keessa Jiran Dararaan Nu irratti Raawwataa Jira Jechuun Himatan

Baqattoonni Eertraa Itiyoophiyaa Keessa Jiran Dararaan Nu irratti Raawwataa Jira Jechuun Himatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:38 0:00

Baqattoonni Eertraa Itiyoophiyaa Keessa Jiran Dararaan Nu irratti Raawwataa Jira Jechuun Himatan

Baqattoota Eertiraa fi koolu galtoota Itoophiyaa keessa jiran irratti "walitti qabuun hidhamuun raawwataa jira" jechuun Komishiniin Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa beeksise.

Daarektarri Kutaa Hojii Mirgoota Baqattootaa, Godaantotaa fi kanneen biyya ofii keessatti qe’ee irraa buqqa’anii kan Komishinichaa, Ingudaay Mesqele gaaffii fi deebii VOA waliin taasisaniin, "Finfinnee keessatti baqattoonni Eertiraa buufataalee poolisii adda addaa keessatti hidhaman jiraachuu mirkaneessineerra" jedhan

Forum

XS
SM
MD
LG