Ameerikaa keessatti dhukaasni jumlaa lubbuu namaa galaafachuun itti fufee waan jiruuf jecha, bulchiinsi prezidaant Baayiden hokkara qawween gaggeeffamu hir’isuuf, kutaaleen biyyaatti gargaaruuf deggarsa dabalataa akka kennuu labsee jira. Garuu waliigalteen paartilee lamaanii kanneen Kongireesii keessatti ammallee hin milkaa’iin jira.Gabaasa Veronikaa Balldaraas Igleesiyaas ergiite sababoota qoqqoodinsa uumamee kana duuba maal akka jiru ibsa.
Prezidaant Baayiden Hookkara Qawwee Kutaalee Biyyattii Keessaa Hir’isuuf Deggersa Akka Kennan Labsan
- VOA
Forum