Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waraana Isiraa’elii fi Hamaas Keessatti Lakkoobsi Gaazzexeessota Ajjeesamanii Seenaa Keessatti Isa Ol’aanaa Tahuun Gabaasame


Waraana Isiraa’elii fi Hamaas Keessatti Lakkoobsi Gaazzexeessota Ajjeesamanii Seenaa Keessatti Isa Ol’aanaa Tahuun Gabaasame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:31 0:00

Waraana Isiraa’elii fi Hamaas Keessatti Lakkoobsi Gaazzexeessota Ajjeesamanii Seenaa Keessatti Isa Ol’aanaa Tahuun Gabaasame

Gaazexeessoonni lama dabalataan waraansa Gaazaa keessaa gabaasaa otuu jiranii waan ajjeefamaniif, Tokummaan Mootummootaa lakkoobsi gaazzexeessota waraansicha keessatti du’anii waliigalatti seenaa keessatti isa ol’aanaa tahuu ibsee, guddaa yaadda’uu isaa beeksise. Baatii Onkoloolessa irraa eegalee ogeeyyii miidiyaa gara 80 ta’an tu hookkara sana keessatti ajjeesame. Gabaasaa Jeesikaa Jeereet seenaa kana hordoofuun gabaasaa qindeessite qabna.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG