Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhimma Ulaa Galaanaa Itiyoophiyaa fi Somaalilaand Irratti Mormiin Somaaliyaa Keessatti Ka’e Baqattoota Oromoo Balaaf Saaxila, Jedhame


Dhimma Ulaa Galaanaa Itiyoophiyaa fi Somaalilaand Irratti Mormiin Somaaliyaa Keessatti Ka’e Baqattoota Oromoo Balaaf Saaxila, Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:59 0:00

Dhimma Ulaa Galaanaa Itiyoophiyaa fi Somaalilaand Irratti Mormiin Somaaliyaa Keessatti Ka’e Baqattoota Oromoo Balaaf Saaxila, Jedhame

Waligaltee fayyadama ulaa galaanaa fi Buufata doonii mootummaa Itiyoophiyaa fi kutaa Somaalilaand gidduutti taasifamee hordofuudhaan mormiin ka’aa jiru baqattootaa Oromoo Somaliyaa keessa jiran balaadhaaf akka saaxiluu ibsuudhaan dhaabileen Oromoo lama ibsa baasanii jiran.

Dhaabbanni hawaasalee Sivili Oromoo kan adduunyaa irraa jiran bakka bu’u OLLAAn fi Addi Bilisummaa Oromoo dhimmaa kan irratti ibsa baasaniin, ololli jibbiinsaa karaa saba himaaleetiin faca’aa jiru akka baqattootaa Oromoo Somaaliyaa keessa jiranu irratti tarkaanfiin fudhatamu kan waamicha dhiheesuufi kan kakasuudha.

Dhaabileen lammanuu akka mudamnii mulachaa jiru balaa suukanneessaa hin finnee fi baqattoota fi akka eegumsii cimaan taasifamu hawaasa adduunyaa gaafatanii jiru.

Daarekteerri OLLAA adde Seenaa Jimjimoo fi Itti gaafatamaan sab – quunnamitii yeroo ABO obbo Lammii Gammachuu dhimma ibsa dhaabbilee isaanii irratti sagalee Amerikaa wajjin dubbatanii jiru.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG