Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waliigaltee Ulaa Galaanaa Itiyoophiyaa fi Somaaliilaandiin Wal-qabatee Raashiyaa fi Chaayinaan Ejjennoo Akkamii Qabaatu?

Waliigaltee Ulaa Galaanaa Itiyoophiyaa fi Somaaliilaandiin Wal-qabatee Raashiyaa fi Chaayinaan Ejjennoo Akkamii Qabaatu?
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:13 0:00

Waliigaltee Ulaa Galaanaa Itiyoophiyaa fi Somaaliilaandiin Wal-qabatee Raashiyaa fi Chaayinaan Ejjennoo Akkamii Qabaatu?

Walii galteen wal hubannaa Itiyoophiyaa fi Somaalii land gidduutti erga mallattaa’ee hawwaasnii fi dhaabbileen kanneen akka Gamtaa Awurooppaa, Gamtaa Afiriikaa, IGAD, Liigii biyyoota Arabaa dabalatee Ibsa baasaa turan. Biyyoonni akka Raashiyaa fi Chaayinaa kanneen Gaanfa Afiriikaa irratti dhiibbaa uumaa jiru jedhaman garuu hanga ammaatti waan jedhan hin qaban. Haala qabatamaa siyaasa Gaanfa Afiriikaa irratti mul’achaa jiruun Raashiyaa fi Chaayinaan garam goruu danda’u kan jedhu irratti Mitikkuu Fiqaaduu Ogeessa tokko dubbisuun sagantaa qindeesse qaba.

Forum

XS
SM
MD
LG