Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dorgommiilee Tibbanaa: Fiigicha Qaxxaamura Biyyaa Jaanmeedaa fi Dorgommii Waancaa Afrikaa 34ffaa

Dorgommiilee Tibbanaa: Fiigicha Qaxxaamura Biyyaa Jaanmeedaa fi Dorgommii Waancaa Afrikaa 34ffaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:23 0:00

Dorgommiilee Tibbanaa: Fiigicha Qaxxaamura Biyyaa Jaanmeedaa fi Dorgommii Waancaa Afrikaa 34ffaa

Fiigichi qaxxaamura biyyaa Jaanmeedaa Dilbata kaleessaa magaalaa Finfineettii gagefameen kilabiin Humna Ibsa Itoophiyaa waancaalee afur qoophahan keessaa 3 mo’achuun olaantumaan xumureE jira. Dorgommichi fiigicha fageenyaa kiloometira 6 hanga 10tti, dhiiraa fi dubaraan geggeessame ture.

Gama biraattiin Waancaan Afrikkaa 34ffaan Ayivorii Koost keessatti geggeessamaa jiru jalqabumarraa qalbii daawwattootaa hawatee jira. Tapha guyaa jalqabaatin Ayivooriikoost Ginii Bisaawo injifachuun milkooftee jirti. Keepveerdeen ammoo kaleessa Gaanaa mo’atteetti.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG