Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tapha Waancaa Afrikaa 2024 Ayivooriikoost Keessatti Geggeessamaa Jiru Irratti Hanqinni Daawwattootaa Yaaddoo Uume

Tapha Waancaa Afrikaa 2024 Ayivooriikoost Keessatti Geggeessamaa Jiru Irratti Hanqinni Daawwattootaa Yaaddoo Uume
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:21 0:00

Tapha Waancaa Afrikaa 2024 Ayivooriikoost Keessatti Geggeessamaa Jiru Irratti Hanqinni Daawwattootaa Yaaddoo Uume

Xabi waancaa Afrikaa baranaa IVORYCOAST qopheessite, hanqinni daawwattootaa isa mudate; Konfedershiniin kubbaa millaa Afrikaa [CAF ] yaaddoo qabu ibseera. Aangawwan Ivorycoast immoo furmaata ni laannaaf jedhan, qabxiileen hin eegamiin galma’unsaa immoo xabichi hawwisiisaa akka ta’uu godheera.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG