Zinet Kamal jedhamti. Haadha ijoollee afurii ti. Kutaa mn keessa jiraatti. Itiyoophiyaa irra gara Ameerikaa erga dhuftee waggaa kudhan ta’eera. Itiyoophiyaa ennaan ture ogeettii seeraa ta’uun tajaajilaa akka turtee fi as gara US erga dhuftee maal irratti bobbaatee hojjetaa akka jirtu waahila keenya Eden Geremewuuf akkas jechuun ibiste.
Ogeettii Nageenya Marsariitii fi Barreessituu Kitaabota Ijoollee
- VOA
Forum