Xurree ittiin seenan

Breaking News

OMBUDSMAN - Qaamni Komii Dhaggeeffatu Waajjiraaleen Ministarootaa Odeeffannoo Barbaachisaa Irraa Eegamu Hin Kennan Jechuun Himate

Qaamni Komee dhaggeeffatu Itiyoophiyaa kan Ombudsman jedhamu waajjiraaleen ministeerotaa irra hedduun Labsii odeeffannoo dhaqqabsiisuu hin kabajan jedhee jira. Dhaabbatichi har’a Finfinnee keessatti ibsa gaazixeessotaaf kenneen, baatilee kudaniif gamaaggama raawwatiinsa hojii geggeessuu isaa ibsee, miidiyaalee hedduu dabalatee qaamolii odeeffannoon isaan barbaachisuun kan ittiin hin geenye ta’uu mirkaneessuu isaa beeksisee jira. Qaama komee dhaggeeffatu kanatti itti gaafatamaan hordoffii bulchiinsa gaarii obbo Adaanee Belaay, gamaaggama gabaasichaa sabaa himaaf dhiyeessanii, ennaa gamaaggama sanaas rakkooleen adda addaa mul’ataniiru jedhan jechuu dhaan G/Mikaa’el G/Medin gabaaseera.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG