Waancaa kubbaa millaa Afrikaa Ayivooriikoost keessatti geggeessamee jiru Kamisa har’a taphaawwan ciccimoo sadii keessumeesee jira. Ganama har’aa Ikuwaatoriayaal Giiniin milkoftee, gara marsaa itti aanuutti darbuuf karaa saqqatte. leenjistoota garewwaanii, waa’ee taphoota lamaan hafan taasisuuf jiranii qophii qaban isaanii ibsaani jiru.
Tapha Waancaa Kubbaa Miillaa Afrikaa Kamisa Har’aarratti Ikuwaatoriyaal Giinii Milkoofte
- VOA
Forum