Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yeroo Dhibeen Gifiraa Godinaalee Oromiyaa 7 Keessatti Babal’atee Jiru Kanatti Tallaalamuun Murteessaa Tahuu Ogeessi Fayyaa Dubbatan 

Yeroo Dhibeen Gifiraa Godinaalee Oromiyaa 7 Keessatti Babal’atee Jiru Kanatti Tallaalamuun Murteessaa Tahuu Ogeessi Fayyaa Dubbatan 
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:30 0:00

Yeroo Dhibeen Gifiraa Godinaalee Oromiyaa 7 Keessatti Babal’atee Jiru Kanatti Tallaalamuun Murteessaa Tahuu Ogeessi Fayyaa Dubbatan 

Biiroon Eegumsa Fayyaa Oromiyaa torban darbe akka ibsetti, sababaa Koovid 19tiin hojiin talaallii idilee addaan cituu irraa kan ka’e dhukkubni Gifiiraa Godinaalee Oromiyaa torba keessatti babalatee jira.Maalummaa dhukkuuba kanaa fi mallattoo isaa akksumas wal'ansa isaa ilaalchisee, Hospitaala ispeeshaalaayzid fi waliigalaa Shaashamannee irraa, Ogeessa addaa dhibee ijoollee fi da'immanii Dr. Abarraa Olaanii dubbisnee jirra.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG