Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jalabultiin Ayyaana Cuuphaa Finfinneetti Sirnba How’aadhaan Ayyaaneffame

Jalabultiin Ayyaana Cuuphaa Finfinneetti Sirnba How’aadhaan Ayyaaneffame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:07 0:00

Jalabultiin Ayyaana Cuuphaa Finfinneetti Sirnba How’aadhaan Ayyaaneffame

Jalabultiin Ayyaana cuuphaa akka bar-lakkoobsa Itiyoophiyaatti ka 2016 magaalaa Finfinneetti sirnoota amantaa gara garaatiin kabajamee jira. Hordoftoonni amantichaa Itiyoophiyaanonni Iyyesuus irraa barachuun tokkummaa, jaalalaa fi nagaa isaanii eeggachuu qabu jechuun dubbataniiru. Rakkoon biyyattiis karaa nagaan furmaata akka argatu waamicha dhiheessanii jiru.

Forum

XS
SM
MD
LG