Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wal Waraansaa Kaaba Itiyoophiyaa Kaabaan Kanneen Qe’ee Ofii Irraa Buq’an Qe’ee Ofiitti Akka Deebi’an Gaafatame

Bulchiinsa naannoo Tigiraay magaaloota garaagaraa keessatti guyyaa har’aa namoonni sababa wal waraansa Kaaba Itiyoophiyaa keessa tureen qe’ee isaanii irraa buqqa’anii jiran gara mootummaan qe’ee isaaniitti akka deebisuuf hiriira nagaa ba’uun sagalee isaanii dhageessisaniiru.

Buqqatoonni Godina Tigiraay bahaa irraa buqqa’anii magaalaa Addiggiraat keessa jiran irra deeddeebbiin gaaffii dhiyyeessaa turrus hanga ammaa deebii hin arganne jedhaniiru. Magaalaa Addigiraatiin alattis magaaloota kanneen akka Aksuum fi Shiree keessattis haaluma wal fakkaatuun hiriirri nagaa namoota qe’ee isaaniirraa buqqa’anii jiraniin taasifameera. Bulchiinsi yeroo kan mootummaa naannoo Tigiraay, namoonni qe’ee isaanii irraa buqqa’anii jran gara qe’ee isaanitti akka deebi’aniif kutannoo qabaachuu isaa ibsaa tureera jechuun maqalee irraa Muluugeetaa Astibahaa gabaaseera.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG