Xurree ittiin seenan

Breaking News

Industriin Ijaarsa Naayijeeriyaa Keessatti Chaayinaan Ga'een Isee Ol Aanaa Ta'uu Chaayinaan Beeksiste

Industriin Ijaarsa Naayijeeriyaa Keessatti Chaayinaan Ga'een Isee Ol Aanaa Ta'uu Chaayinaan Beeksiste
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:25 0:00

Industriin Ijaarsa Naayijeeriyaa Keessatti Chaayinaan Ga'een Isee Ol Aanaa Ta'uu Chaayinaan Beeksiste

Embaasiin China Abuja-Nigeriyaa jiru akka jedhutti, industrii ijaarsaa Nigeriyaa keessaatti Chiynaan ga’ee olaanaa ba’aa jirti. garuu ogeyyoonni ijaarsaa, engiineroonnii fi kontrakteroonni lammii Nigeriyaa garewwaan Chaayinaa kun hojii projektoota gurgguddaa keessaatti hojiin dhaa ala isaan gochaa akka jiran dubbatu.

Dhimma kana irratti gabaasa Alhaassan Baalaa eregte Nigusuu Taamireetu qophii misoomaa fi diinagdee hara’aaf qindeesse.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG