Xurree ittiin seenan

Breaking News

Keeniyaan Gaanfa Afrikaatti Nagaa Buusuuf Akka Hojjettuu fi Biyyoota Ollaa Ishee Waliin Akka Lola Hin Qabnee Dubbatti

Keeniyaan Gaanfa Afrikaatti Nagaa Buusuuf Akka Hojjettuu fi Biyyoota Ollaa Ishee Waliin Akka Lola Hin Qabnee Dubbatti
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:23 0:00

Keeniyaan Gaanfa Afrikaatti Nagaa Buusuuf Akka Hojjettuu fi Biyyoota Ollaa Ishee Waliin Akka Lola Hin Qabnee Dubbatti

Keeniyaan biyyoota Afiriikaa bahaa keessatti nagaa babal’isuun barbaada jetti. Akkasumas biyyoota ollaa koo waliin rakkoo hin qabu jechuun ibsiti. Haa ta’uyyuu malee biyyoota ollaa Afur waliin immoo wal-dhabdeen dippiloomaasii akka mul’atu mallattoowwan agarsiisan jiru. Biyyoonni ollaa lama immoo dhiyyeenya kana Ambaasaddaroota isaanii Naayiroobii keessaa gara biyya ofiitti waamaniiru. Gabaasa Muhaammad Yusuuf Naayiroobii irraa erge.

Forum

XS
SM
MD
LG