Xurree ittiin seenan

Breaking News

Raashiyaan Lola Yukireen’rratti Waraanni Ishee Waan Jalaa Dhumaa Jiraaf, Meeshaalee Niyuukilaraatti Fayyadamuu Yaadaa Jirti, Jedhame

Raashiyaan Lola Yukireen’rratti Waraanni Ishee Waan Jalaa Dhumaa Jiraaf, Meeshaalee Niyuukilaraatti Fayyadamuu Yaadaa Jirti, Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:04 0:00

Raashiyaan Lola Yukireen’rratti Waraanni Ishee Waan Jalaa Dhumaa Jiraaf, Meeshaalee Niyuukilaraatti Fayyadamuu Yaadaa Jirti, Jedhame

Rashiyaan lola Yukireen waliin taasisaa jirtuun humni waranna ishee waan jalaa dhumaa jiranuuf, haala waraanicha gara meeshalee niyuukilaraa xixxiqoo fi fageenya gaggabaabaatti jijjiiruutti waan yaadaa jirtu fakkaata. Mooskoon sababaan akkana gochaa jirtuuf, keessumaa dorsiisa NATO jalaa ba’uu fi lolicha injifachuufi, jedha gabaasaan dhiheenya bahe. Biyyoonni addunyaa gama Lixaa kanatti dammaquu akka qabanis akeekkachiisa.

Forum

XS
SM
MD
LG