Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lammileen Itiyoophiyaa Manneen hidhaa Saawudii Arabiyaa Keessa Jiran Haala Baayt’ee Hamaa Keessa Jirra, Jedhu


Lammileen Itiyoophiyaa Manneen hidhaa Saawudii Arabiyaa Keessa Jiran Haala Baayt’ee Hamaa Keessa Jirra, Jedhu
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:56 0:00

Lammileen Itiyoophiyaa Manneen hidhaa Saawudii Arabiyaa Keessa Jiran Haala Baayt’ee Hamaa Keessa Jirra, Jedhu

Lammileen Itiyoophiyaa manneen hidhaa Saawudii Arabiyaa keessatti haala hamaa keessa jirra jedhan, mootummaan Itiyoophiyaa gara biyya Keenyaatti nu haa deebisuu jechuun gaafataa jira. Magaalaa Jiddaa keessa kan jiru mana hidhaa Shimeeysii jedham waamamuu keessaa, hidhamtoonni sagaleen Amerikaa haasoofsisee wal’ansa fayyaa dhabuu fi haanqiina nyaataan kanneen du’an jiru jechuun iyyatu. Dhimma kanarratti Embaasii Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaa keessaa akkasumas, dubbii himaa ministrii dantaa alaa Itiyoophiyaa irraa yaada argachuuf yaaliin gama bilbilaa fi I-meeliin torban dabree kaasee taasiifne hin milkoofne. Gabaasaa waahiila keenya kan afaan Tigrinyaa Gabra Gabra Medhin qopheessee Jaallanneen Afaan Oromoon qindeessitee jirti.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG