Xurree ittiin seenan

Breaking News

Humnootiin Tika Nagaa Biyyoota Afrikaa 14 Bakka-bu’an Keeniyaa, Magaalaa Mombaasaatti Walga’an


Humnootiin Tika Nagaa Biyyoota Afrikaa 14 Bakka-bu’an Keeniyaa, Magaalaa Mombaasaatti Walga’an
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:39 0:00

Humnootiin Tika Nagaa Biyyoota Afrikaa 14 Bakka-bu’an Keeniyaa, Magaalaa Mombaasaatti Walga’an

Humnootiin tika nagaa biyyoottan Afrikaa Bahaa rakkinaawwan nageenyaa daangaa ce’an ittisuudhaaf akka waloodhaan hojjatan Keeniyaan gaafatee jirti. Keniyaan gaaffii kana kan dhiheesite walgahii qondaalota humnoottan tikaa biyyoottan Afrikaa 14 keesaa walitti dhufanii magaala Mombaasaa keessatti taasisaa jiranu irratti ture.

Walgahiin kun dhiimmoota shororkeessumaa, saamichaa galaana irraa, baala sammuu namaa darreessu daddabarsuu, akkasumas karaa seeraan alaa namoottaan biyya tokko irraa gara biyya biraatti dabarsuu irraati kan xiyyeefateedha. Gabaasinii Mohaamed Yusuuf Naayiroobii irraa qindeesse qabna.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG