“Peace Building and Justice in ‘Post-War Tigray – The way Forward” jechuunis “Ijaarsa Nagaa fi Haqaa ‘Tigraay Waraana Booda - Karaa Fuulduraa” mata-duree jedhuun Sanbata dabre Amajjii 27 bara 2024 konfiraansiin sadarkaa addunyaa tokko karaa Interneetii geggeessamee jira. Gaanfa Afrikaatti jilli addaa kan Yunaaytid Isteetis Ambaasaaddar Maayik Haamar fi prezidaantiin yeroo kan bulchiinsa naannoo Tigraay Obbo Geetaachoo Raddaa marii kana irratti argamuun haasawaa dhageesisanii turan. Kana irratti gabaasaa Gebree Gebre-medihin, Sagantaa Tigirinyaa irraa qopheesse, Jaalllanneen Afaan Oromoon qindeessitee jirti.
Mariin Idil-addunya Dhimma Naannoo Tigiraay Yeroo Waraansaatii Boodaattti Fuuleffate Waltajjii Marsaa Interneetiin Tibbana Geggeessamee Jira
- VOA
Forum