Xurree ittiin seenan

Breaking News

Erga Baatii Muddeetii As Dhibeen KOOVID-19 fi Dhukkuboonni Qaama Argansuu Hammaachuu Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa Beeksise

Erga Baatii Muddeetii As Dhibeen KOOVID-19 fi Dhukkuboonni Qaama Argansuu Hammaachuu Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa Beeksise
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:05 0:00

Erga Baatii Muddeetii As Dhibeen KOOVID-19 fi Dhukkuboonni Qaama Argansuu Hammaachuu Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa Beeksise

Erga baatii muddee dabreetii as dhukkuuba KOOVID-19 dabalatee dhukkuboonni qaama argansuu kanneen biroon namoota qabaa fi ajjeesaa akka jiran Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa beeksisee jira. Gama kaaniin Kaameruun yeroo jalqabaaf talaalii farra-busaa isa haaraa daa'immaniif kennuudhaan addunyaa irratti biyya ishee jalqabaa taatee jirti. Mata duree lameen kana irratti gabaasaalee fuuleffatan Jaallanneen qindeessitee jirti.

Forum

XS
SM
MD
LG