Xurree ittiin seenan

Breaking News

Manni-murtii Waliigalaa Doonaald Traamp, Filannoo Prezidaantummaa Bara Kanaaf Dorgomuu Danda’uu fi Dhiisuu Murteessuuf Falmii Dhaggeeffate  

Manni-murtii Waliigalaa Doonaald Traamp, Filannoo Prezidaantummaa Bara Kanaaf Dorgomuu Danda’uu fi Dhiisuu Murteessuuf Falmii Dhaggeeffate
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:12 0:00

Manni-murtii Waliigalaa Doonaald Traamp, Filannoo Prezidaantummaa Bara Kanaaf Dorgomuu Danda’uu fi Dhiisuu Murteessuuf Falmii Dhaggeeffate

Manni-murtii Waliigalaa Yunaayitid Isteetis Kamisa kana prezidaantii Yunaayitid Isteetis duraanii filannoo prezidaantummaa bara kanaatiif kaadhimamaa paartii Rippaabilikaanii ta’anii dhihaachuuf dorgommaa jiran, Doonaald Tiraamp , Doonaald Traamp irratti himannalee adda dhihaataniin wal-qabatee prezidaantummaaf dorgomuuf danda’u moo dorgommicha keessaa baasamuu qabu ka jedhu murteessuuf yaadawwan warra mormanii fi warra deggeranii irraa dhufu dhaggeeffatee jira. Deemsa mana-murtii kana hordofuuf, gabaasaan Sagalee Ameerikaa, Sagantaa Afaan Oromoo, Mitikkuu Fiqaaduu bakka sanatti argamee ture. Gaaffii fi deebii kallattiidhaan isa waliin taasisne qabna.

Forum

XS
SM
MD
LG