Xurree ittiin seenan

Breaking News

Koreen Eenyummaa Amaaraa Bakkawwan Amaaraa Fi Tigiraay Gidduutti Wal-Falmsiisoo Ta'an Irratti Riferendamiin Geggeessamuu Qaba Jedhe


Naannoo Amaaraa
Naannoo Amaaraa

Naannoolee walfalmisiisaa Itiyoophiyaa kaaba keessa jiran sagalee uummtaaa ykn rifarandamiin murteessuuf karoorfame ilaalchisee naannolee Amaaraa fi Tigraay waliin waliigalteen taasifamu quba qabna jechuun Koreen eenyummaa Amaaraa beeksisee jira.

Dura taa’aan koree Eenyummaa Raayyaa fi of-Bulchiinsa Raayaa obbo Hayiluu Aberaa bulchiinsii naannoon Tigraay hojiilee qophii rifarandamii gaggeessuuf hojjetamaa turanillee quba qaba ture jechuun falmu.

Walitti qabaan koree eenyummaa Amaaraa kan Welqaayit Xagadee, godiina Setit Humera fi Tigraay Lixaa, Waagnew Dessaaaleny gama biraatiin mootummaan adeemsa rifarandamii saffisiisuu qaba jedhan.

Gama biraatiin bulchiinsii yeroo kan Tigraay, naannolee falmisiisaa jiran keessatti rifarandamii gaggeessuuf waliigalteen tolfamee hin jiru jechuun falma jedha Masfin Arraagee gabaasa ergeen.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG