Xurree ittiin seenan

Breaking News

Xumura Dorgoimmii Waancaa Kuubbaa Miilaa Afrikaa fi Du’a Atileetii Keeniyaa Beekamaa

Xumura Dorgoimmii Waancaa Kuubbaa Miilaa Afrikaa fi Du’a Atileetii Keeniyaa Beekamaa Dabalee Gabaasaalee Ispoortii Tibbanaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:24 0:00

Xumura Dorgoimmii Waancaa Kuubbaa Miilaa Afrikaa fi Du’a Atileetii Keeniyaa Beekamaa Dabalee Gabaasaalee Ispoortii Tibbanaa

Atileetiin lamii Keniyaa Rikoordii maraatoonii Addunyaa maqaa isaattin jiruu Kelviin Kiptuum leenjisaa isaa wajjin balaa konkolaataa Dilbata kaleessa du’ee jira. Dorgoommii figicha mana keessaa biyya Faransaay Leevinitti Sanbata darbee taasifameen atileetonnii Itoophiyaa injjiffanoo gonfataniiru. Biyyi Ayivoriikoost Waancaa kubbaa miilaa Afrikaa kan bara 2024 mo'achuudhann shaampiyoonaa Afrikaa taate. Dhimmootan kana irratti gabaasaa dabaltaa qabna.

Forum

XS
SM
MD
LG