Xurree ittiin seenan

Breaking News

Keeniyaa Keessatti Sanyiiwwan Midhaanii Duriirraa Nyatawwan Sasalphaa fi Ciree Hojjechuun Akka Faayidaan Isaanii Beekamu Taasisamaa Jira

Keeniyaa Keessatti Sanyiiwwan Midhaanii Duriirraa Nyatawwan Sasalphaa fi Ciree Hojjechuun Akka Faayidaan Isaanii Beekamu Taasisamaa Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:41 0:00

Keeniyaa Keessatti Sanyiiwwan Midhaanii Duriirraa Nyatawwan Sasalphaa fi Ciree Hojjechuun Akka Faayidaan Isaanii Beekamu Taasisamaa Jira

Sanyiiwwan Midhaanii Afirikaa kan ganamaa kanneen akka bisingaa fi daagujjaa nyaata madaalawaa hedduu of keessaa qabaataniyyuu Addunyaa irrratti hedduu hin beekamne, inumaayyuu akka nyaata hiyyeessootaatti fudhatamu.

Ilaalcha akkanaa kana jijjiruudhaaf daldaltoonni Keeniyaa sanyiiwwan midhaanii kanneen irraa nyaatawwan sasalphaa fi ciree ta’an hojjechuun akka itti fayadamn taasisaqa jiru jedha gabaasaan Juumaa Majangaa Naayiroobiirraa Sagalee Ameerikaaf erge.

Forum

XS
SM
MD
LG