Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhimmi Godaantota Daangaa Cehanii Murtii Seeraa Dhabuun Filannoo Prezidaantummaa Yunaayiti Isteetis Irratti Falmii Uumuu Mala Jedhame

Dhimmi Godaantota Daangaa Cehanii Murtii Seeraa Dhabuun Filannoo Prezidaantummaa Yunaayiti Isteetis Irratti Falmii Uumuu Mala Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:24 0:00

Dhimmi Godaantota Daangaa Cehanii Murtii Seeraa Dhabuun Filannoo Prezidaantummaa Yunaayiti Isteetis Irratti Falmii Uumuu Mala Jedhame

Daandiiwwan fi gamoowwan dhedheeraan magaalaa Niwu Yoorki godaantota addunyaa maraaf bakka hawwata fi bakka abdiiti. Ergaawwan wal-faallessoon aangawoota irraa dhaga’amanii fi seerri mana-maree bakka-bu’ootaa keessatti danqamee jiru, wal-dorgommii filannoo biyyattii keessatti dhimmoota wal-falmsiisoo uumanii jiran. Gabaasaa Aaron Raanen, Bafiqaaduu tu dhiheessa.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG