West Baanki keessatti halleellaa Hamaasiin Onkolooleessa 7,2023 geggeessamee booda qubattoonni Israa’eel lammilee Paaliistiin irratti hookkarri kaasuun hammaachaa dhufuu dubbatu. Kunis Paaleestinoonni qe’ee isaanii dhiisaanii akka baqatan taasiusuu kan kaayyeffate jedhu, jiraattonni rakkoo kana himatan. Qubattoonni Israa’eel immoo gochaawwan akkasii hir’achaa dhufaniiru jechuun himannaa kana haalu. Gabaasa Liindaa Giraadistaayin Weest Baanki, Kibba Hebiroon Hiils irraa Sagalee Ameerikaaf ergite qindeessinee jirra.
Eega Lolli Israa’elii fi Hamaas Eegalee As West Baank Keessatti Hookkarri Faalisxiinota Naannoo Irratti Hammaate Jedhame
- VOA
Forum