Xurree ittiin seenan

Breaking News

Daangaa Naannoo Tigiraay fi Naannoo Amhaaraatti Walitti-bu’insi Humnoota Naannoo Tigiraay fi Ka Naannoo Amaaraa Gidduutti Uumamuun Himame 

Daangaa naannoo Tigiraay Allaamaxxaa fi naannoo Amaaraa irratti roobii darbe humnoota milishaa Amhaaraa fi humnoota naannoo Tigiraay gidduutti walitti bu’insi uumamee akka ture hooggantoonni naannoo Sanaa himaniiru. Kantiibaan bulchiinsa magaalaa Allaamaxxaa obbo Haayiluu Abarraa Sagalee Ameerikaatti akka himanitti Roobii darbe bakkoota akka Bala , Kukkuftuu , Deyuu , Cerceritti humnoonni milishaa Amahaaraa humnoota Tigiraay irratti waraana bananii dhukaasni sa’aatiiwwaniif tureera jedhanii yoo xiqqaate namoonni nagaa lama Ajjeefamaniirus jedhaniiru. Dhimma kanarratti odeeffannoo dabalataa argachuuf sagaleen Ameerikaa yaaliin taasise hin milkoofne jechuun Dasseerraa Masfin Arrageetu gabaase.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG