Xurree ittiin seenan

Breaking News

Atileetiin Itiyoophiyaa Dheeressaa Caalaa Maraatoonii Siivilaa, Ispeen’rratti Rikordii Bakkichaa Cabsuun Injifate

Atileetiin Itiyoophiyaa Dheeressaa Caalaa Maraatoonii Siivilaa, Ispeen’rratti Rikordii Bakkichaa Cabsuun Injifate
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:32 0:00

Atileetiin Itiyoophiyaa Dheeressaa Caalaa Maraatoonii Siivilaa, Ispeen’rratti Rikordii Bakkichaa Cabsuun Injifate

Atileetiin Itoophiyaa Dhereessaa Galataa Maraatoonii Siviilaa ,biyyaa Ispeenitti Dilbata kaleessaa dorgomamerratti s'aatii foyya’aa 2:03:26 galmeessisuun rikkoordii bakkichaa foyyessu danda’ee jira. Atileet Dhereessaa Galataa VOAf yaada kenneen, injifannoo kana bu’aa bahii heeddu keessa darbuun akka hirmaachuu danda’e ibsee, haala kana irra aanee rikoordii fooyyeesuu isaatti gammaduu himeera. Dheeresaa fi ka dorgommii maaraatoonii dubartootaa moote Azmeraa Gebru Istaadiyoomii Siviilaa keessaatti simannaan ho’aan taasifameefii jira.

Forum

XS
SM
MD
LG