Seerri haraan seera tumtoonni mootummaa Raashiyaa dhiheenya raggaasisan warreen waraanaa Raashiyaa Ilaalchisee oduu dhugaa hin taane tamsaasaniiru jedhaman akka adabaman adabuu kan dandeessisu dha. Seerichi yommuu hojii irra oolfamu namoota waraansa Raashiyaan Yukreen irraati geggeessaa jirtu ilaalchisee fi warren biyya alaa jiraatan akka qabeenyaa isaanii dhaban taasisa. Kana irratti gabaasaa Kaatiriinaa Resediinaa qindeessinee jirra.
Forum