Xurree ittiin seenan

Breaking News

Raashiyaan Meeshaa Farra Saatelaayitiilee Hawaa Irraa Hojjechaa Akka Jirtu Mirkaneeffadhe, Jedha Mootummaan Yunaayitid Isteetis

Raashiyaan Meeshaa Farra Saatelaayitiilee Hawaa Irraa Hojjechaa Akka Jirtu Mirkaneeffadhe, Jedha Mootummaan Yunaayitid Isteetis
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:05 0:00

Raashiyaan Meeshaa Farra Saatelaayitiilee Hawaa Irraa Hojjechaa Akka Jirtu Mirkaneeffadhe, Jedha Mootummaan Yunaayitid Isteetis

Raashiyaan meeshaa waraanaa farra Saatelaayitootaa hawaa irra jiranii hojjechaa akka jirtu masaraan Waayit Haawus kan mootummaa Yunaayitid Isteetis mirkaneeffachuu isaa beeksisee jira. Gochaan kun sosaa nageenyaa hamaa tahuu isaa ibsaa jiran, seera-tumtoonni Yunaayiti Isteetis. Gochaan Moskoo kun waliigaltee meeshaa waraanaa hawaa fayyadamuu ilaalchisee bahe ka cabsudha, jette Yunaayitid Isteetis. Aangawoonni Yunaauyitid Isteetis akka jedhanitti dhimmi isaa yaaddessaa tahus sodaa battalaa kan tahu miti.

Forum

XS
SM
MD
LG