Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sagantaan Sadarkaa Eebbaa Kolleejjiiwwan Hawaasaa Fooyyessu Guutummaa Yunaayitid Isteetis Keessatti Hojiirra Oolfamaa Jira

Sagantaan Sadarkaa Eebbaa Kolleejjiiwwan Hawaasaa Fooyyessu Guutummaa Yunaayitid Isteetis Keessatti Hojiirra Oolfamaa Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:06 0:00

Sagantaan Sadarkaa Eebbaa Kolleejjiiwwan Hawaasaa Fooyyessu Guutummaa Yunaayitid Isteetis Keessatti Hojiirra Oolfamaa Jira

Barumsi kolleejjii namoonni maallaqa dabalataa akka argatan gargaara, kunis haala maallaqaa isaanii fooyyessa. Hedduun isaanii gara kolleejjii hawaasaa yokaan “community college” kan baasii isaa yunivarsiitiiwwan Amerikaa irraa gadi ta’etti kan deeman yoo ta’u, barattoota iyyata galfatan hunda jechuun ni danda’ama ni fudhatu. Haa ta’u malee, barattoonni digrii kolleejjii isaanii jalqaban hedduun isaanii xumuruuf yokaan guutummaatti barnoota addaan kutuuf yeroo eegame caalaa yeroo fudhatu. Sagantaan sadarkaa eebbaa kolleejjiiwwan hawaasaa fooyyessuuf guutuu biyyattiitti hojiirra oolaa jira.

Forum

XS
SM
MD
LG