Halleellaan Hamaas gaafa Onkolooleessa 7 raawwate fi waraansi sana hordofee itti fufee geggeessamaa jiru baqqattoota, keessumaa lammiilee Eriitiriyaa Israa’eel Kibbaa keessa jiraniif baay’ee ulfaataa tahuu isaa baqattoonni sun Sagalee Ameerikaatti himanii jiran. Gabaasaa Siliyaa Miindooz, magaalaa handaara galaanaa Isiraa’el Kibbaa keessa jirtu, Ashkeloon irraa Sagalee Ameerikaaf ergite dhiheessina.
Lammiileen Ertiraa Baqattummaan Isiraa’el Kibbaa Keessa Jiraatan Sababaa Waraansa Gaazaa Keessaatiin Rakkoo Keessa Akka Jiran Dubbatu
- VOA
Forum