Xurree ittiin seenan

Breaking News

‘Koreen Nageenyaa,’ Gurmuun Hoogganoota Mootummaan Ijaarame Oromiyaa Keessatti Ajjeechaalee fi Hidhaalee Seeraa Alaa Geggeessa: Qorannaa


 ‘Koreen Nageenyaa,’ Gurmuun Hoogganoota Mootummaan Ijaarame Oromiyaa Keessatti Ajjeechaalee fi Hidhaalee Seeraa Alaa Geggeessa: Qorannaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:55 0:00

Itiyoophiyaa keessatti, gareen icitii hooggantoota mootummaa ol’aanoo of keessaa qabuu fi muummicha Ministiraa Abiyyiin hoogganamu gurmuun ‘Koree Nageenyaa’ jedhamu garee riphee-loltootaa Waraana Bilisummaa Oromoo cabsuutti fuuleffachuun keessummaa Oromiyaa keessatti ajjeechaawwanii fi hidhaalee murtii seeraatii alaa geggeessaa jiraachuu, maddi oduu Raayiters, qorannaa geggeesseen adda-baafachuu isaa dhuma torban dabree irra ifa taasisee jira.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG