Xurree ittiin seenan

Breaking News

Filannoo Yunaayitid Isteetis Dhufaa Jirurratti Rakkoo Nageenyaa Uumamuu Malu Kamiyyuu Ittisuu Akka Danda’an Aangawoonni Biyyattii Dubbatan

Filannoo Yunaayitid Isteetis Dhufaa Jirurratti Rakkoo Nageenyaa Uumamuu Malu Kamiyyuu Ittisuu Akka Danda’an Aangawoonni Biyyattii Dubbatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:27 0:00

Filannoo Prezidaantummaa baatii Sadaasa dhufu gaggeeffamuuf jiru irratti sodaa nageenyaa uumamu kamiyyuu ofirraa ittisuu akka danda’an Angawoonni filannoo Yunaaytid Isteetis dubbataa jiran.

Kan naannoo Waashington Diisii jiru magaalaa Aleksaandiriyaa, ka Varjiiniyaa keessatti leenjii qondaaltota filannoof kenname hordofuudhaan kan Sagalee Ameerikaaf gabaaste Veronica Balderas Iglesias sagalee bilisaa, haqaa fi iftoominaa mirkaneessuuf tarkaanfiiwwan fudhataman hedduu keessaa isa tokko jetti. Jaallannee Gammadaatu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG