Yunaayitid Isteets keessatti Jiinii Guraandhalaa waggaa waggaatti ji’aa yaadannoo seenaa saba guraachaa ta’ee, gochaaleen seenaa sabichaa keessatti raaw’ataman ittiin yaadatamu. Ji’a kana keesaa taateewwan adda addaa qophaawanii waa’een seenaa saba gurrachaa dubbatama.
Tibba kana ammoo kutaa Kaaliiforniyaa keessatti kan argamu bulchiisinii magaalaa Saan Firaansiskoo miidhaalee ammaan dura hawaasa guraachaa biyyattii irratti raaw’atamaniif dhiifamaa gaafatee jira. Dhimma kan irrarriu gabaasaa maddi oduu Assooshiyeetid Prees qopheese, Befiqaaduu Morodaa tu dhiheessa.
Forum