Lammileen Yunayitid Isteetius Kibxata borii kutaalee biyyaati hedduu keessaati paartilee lamaan bakka-bu’uudhaan filaannoo prezidaantumaa dhgufuuf kaadhimamtoota dorgomaniif sagalee kennu. Torban darbe keessaa paartii Dimokraatotaa ka bakka bu’an Joo Baayidenii fi Paartii ripaablikaanotaa akka bakka bu’an kan eegaman Doonaald Traamp bakka adda addaatti qeeqa wal irratti dhiheessaa turan xumuraniiru.
Gabaasa Veroonikaa Baaldaraas Igiliyaasiyaas Jaallanee Gammadaatu dhiheesa.
Forum