Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waayit Haawus Dubartoota Mirga Namoomaa fi Mirga Dubartootaaf Biyyoota Addunyaa Addaa Addaa Keessatti Cichoominaan Qabsaawan Badhaase  


Waayit Haawus Dubartoota Mirga Namoomaa fi Mirga Dubartootaaf Biyyoota Addunyaa Addaa Addaa Keessatti Cichoominaan Qabsaawan Badhaase
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:45 0:00

Mootummaan Yunaayitid Isteetis dubartootaa rogeeyyii kudhanii ol tahan biyyoota addunyaa adda addaa irraa dhufan, mirga namoomaa fi mirga dubartootaa kabajsisuuf sochii taasisaniif, jechuudhaan Wiixata kaleessaa Waayit Haawusitti badhaasa kabajaa kenneefii jira. Dubartoota addunyaa kanneen cichoominaan qooda olaanaa gumaachaniif badhaasa kennamuu, kan “International Women of Courage Awards” jedhamu kan bara 2024f dubartoota filataman ilaalchisee, Gaazexeessituun Sagalee Ameerikaa Veroonikaa Baalderaas Igiliisiyaas gabaasaa ergite, Jaallanneen Afaan Oromootti hiikuun qindeessitee jirti.

Forum

XS
SM
MD
LG