Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haleellaa Hidhattoota Hutiitiin Galaana Diimaarratti Geggeessamu Dhaabsisuuf Carraaqqii Godhamu Keessatti Chaayinaan Qooda Hin Fudhanne

Haleellaa Hidhattoota Hutiitiin Galaana Diimaarratti Geggeessamu Dhaabsisuuf Carraaqqii Godhamu Keessatti Chaayinaan Qooda Hin Fudhanne
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:12 0:00

Dooniwwan galaana diimaa irra imalan irratti yeroo garee hidhattoota Hutii ka biyya Yemeniin yeroo haleellaan geggeessamaa jiru kanatti, gareen kun Wixata deengaddaa sulula galaanaa Eden keessaati doonii biraa tokko rukkutee jira.

Gama biraatiin Yunayitid Isteetis dabalatee biyyoottan hedduun waloodhaan garee Hutii irratti haleellaa adda addaa raaw’achaa jiru. Haata’u malee biyyi daladala karaa galaanaa diimaa geggeeffamu keessaa dhibeentaa 40 qabdu Chaayinaan haleellaa garee Hutii kana dhaabsisuudhaaf gaheen taphachaa jirtu hin mul’atu.

Forum

XS
SM
MD
LG