Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaant Baayiden Haasawa Biyyaalessaa Kaleessa Dhageessisan Irratti Imaammata fi Hojii Mootummaa Isaanii Ibsan

Prezidaant Baayiden Haasawa Biyyaalessaa Kaleessa Dhageessisan Irratti Imaammata fi Hojii Mootummaa Isaanii Ibsan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:37 0:00

Prezidaant Baayiden ergaa aangoo qabatanii yeroo sadaffaadhaaf haasaa biyyaalessaa ka waggaa Kamisa kaleesaa taasisan irratti waa’ee gargaarsa namoomaa Gaazaa,waa’ee gargaarsaa maallaqaa Yuukreeniif taasifamuu qabuu fi kanneen biroo kaasuun ibsanii jiran. Haasaa kana kaleessa galgalaa karaa midiyaa hawaasaa keenyaan kallatiidhaan isiniin gahaa akka turree ni yaadatamaa. Wa’ee xumuraa haasaa isaanii irratti gabaasaa Paatsii Wiidaakuswaaraatiin qophaa’ee Bafqaaduu Morodaa itti anee dhiheessa

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG