Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wallagga Lixaa Aanaa Qondaalaa Keessatti Waraansa Humnoota Mootummaa fi WBO Gidduutti Geggeessameen Namoonni Nagaan Miidhamun Himame

Wallagga Lixaa Aanaa Qondaalaa Keessatti Waraansa Humnoota Mootummaa fi WBO Gidduutti Geggeessameen Namoonni Nagaan Miidhamun Himame
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:38 0:00

Naannoo Oromiyaa godina Wallagga Lixaa aanaa qondaalaa ganda shuraa liqiixii keessatti sababa wal waraansa humnoota nageenya mootummaa fi WBO gidduutti guraandhala 27 bara 2016 gaggeeffame namoonni nagaan miidhamaniiru jedhan jiraattoonni aanichaa.

Jiraattonni aanichaa nageenya isaaniif akka sodaatan himuun maqaan isaanii akka hin waamamne gaafatan “Gandoota aanaa Qondaalaa keessatti hanga har'aatti waraanni itti fufeera” jechuun sagalee Ameerikaaf himan.

Forum

XS
SM
MD
LG