Xurree ittiin seenan

Breaking News

Turkii fi Xaaliyaanii Keessa Miilla Keessa Miilla Galfataa Jiru

Turkii fi Xaaliyaanii Keessa Miilla Keessa Miilla Galfataa Jiru
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:55 0:00

Biyyi Turkii fi Xaaliyaanii karaa diinagdee fi diplomaasitiin Afrikaa keessatti miila diriirfataa jiru. Biyyii kanaan duraa biyyoottan Afrikaa heduu keessaa gahee guddaa qabdu Faransaay yeroo ammaa akka biyyoottan sana gadi lakkistee baatu taasisamuun ishee Roomaa fi Ankaaraadhaa akka carraa garii umee ibsu xiinxaltoonni. Dhimma kan irratti gabaasaa Dooriyaan Joonsin Istaanbul irraa ergame qindeessinee jirra.

Forum

XS
SM
MD
LG