Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waraansi Yukireen Keessaa Haala Yaaddessaa Keessa Akka Jiru Hawaasni Nageenyaa fi Tikaa Yunaayitid Isteetis Beeksise

Waraansi Yukireen Keessaa Haala Yaaddessaa Keessa Akka Jiru Hawaasni Nageenyaa fi Tikaa Yunaayitid Isteetis Beeksise
please wait

No media source currently available

0:00 0:01:37 0:00

Hawaasni nageenyaa fi tikaa Yunaayitid isteetts haala nageenyaa adduunyaa ilaalchisee gamaagama waggaa Wixata kaleessaa taasiseen, gargaarsi Yunaayitid Isteetis hin qaqqabuuf taanaan waraanni Yuukreen keessatti taasifamaa jiru haala yaadessaa keesaa akka jiru hubachuu isaa seera tumtootaafi ibsee jira.

Gargaarisi Senetiin Yunaayiti isteets raggaasise Biliyooniin 95 akka mana maree bakka bu’ootaatiin fudhatama argatuu gaafatamaa jira. Dhimma kana irratti, gabaasaa Kaatiriin Giibsen qopheesitee Bafiqaaduu tu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG