Gaazaa keessatti yoo xiqqaate daa’imman 20 beelaan du’aniiru jedhe dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii. Kaan immoo dhukkuboota sammuu fi miidhama qaamaaf saaxilamuu isaanii ogeeyyiin fayyaa himanii jiru. Gabaasa Heezar Murdook Istaanbuul irraa, Nedaal Hamdiyuun fi Amjeed Taanteesh kanneen Gaazaa Raafaah keessaa waliin ta’uun qindeessite Mitikkuu Fiqaaduu tu dhiyyeessa.
Gaazaa Keessatti Daa’immaan Beelaan Du’uu fi Kaan Miidhama Sammuuf Saaxilamuun Gabaasame
- VOA
Forum