Xurree ittiin seenan

Breaking News

Fiilmii fi Kitaabni Haaroyni Kan Daani’eel Gammadaa Yokaan ‘Kara Deemaa”  Finfinneetti Eebbifaman


Fiilmii fi Kitaabni Haaroyni Kan Daani’eel Gammadaa Yokaan ‘Kara Deemaa”  Finfinneetti Eebbifaman
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:27 0:00

Ogummaa hojii isaatiin Injiinara ka tahee fi maqaa “Kara Deemaa” jedhuun hojii tola-ooltummaa fi gargaarsaa adda addaatti bobba’uun ka beekumu – Daani’eel Gammadaa Sanbata darbe kana fiilmii haaraa “Imimmaan Koo” jedhuu fi kitaaba haaraa maxxansiise “Dhugaa Keenya” jedhu, Finfinnee, galma Hoteela Ililliitti eebbisiisee jira.

Fiilmiin “Imimmaan Koo” jedhu jiruu fi jireenya maatii irratti ka xiyyeeffate yoo tahu Kitaabni isaa “Dhugaa Keenya” jedhamu haala itti Oromoon jiruu fi jireenya isaa gaggeeffachaa turee fi amma itti jirutti fuuleffate tahuu dubbate – Daani’eel. Tsehaay Daamxoo sirna eebbichaa irratti argamuun qophii qindeessite qabna.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG