Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waraansi Yukireen Keessaa Mala Of Eeggannoo Haaraa Daa’immanitti Fide

Waraansi Yukireen Keessaa Mala Of Eeggannoo Haaraa Daa’immanitti Fide
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:03 0:00

Waraansi Yukireen keessatti geggeessamu dhimmoota of eeggannoo haaraa jireenya daa’immaniitti fide. Oolmaa daa’immanii fi manneen barnootaa keessatti bakka boombii jalaa itti dahatan qopheessuu, barnoota of eeggannoo kennuu fi leenjii mala gargaarsaa kennuu akka fakkeenyaatti fudhachuun ni danda’ama. Lesiyaa Bakalets, Kiyiiv irraa gabaasaa ergite, Befeqaaduun qophii dubartootaa fi maatii har’aaf qindeessee jira.

Forum

XS
SM
MD
LG